Skip to content Skip to sidebar Skip to footer

[DOWNLOAD] "LAMMAFFAA DHALACHUUDHAAF MAALTU SI IRRAA BARBAADAMA?" by Paul C. Jong # eBook PDF Kindle ePub Free

LAMMAFFAA DHALACHUUDHAAF MAALTU SI IRRAA BARBAADAMA?

📘 Read Now     📥 Download


eBook details

  • Title: LAMMAFFAA DHALACHUUDHAAF MAALTU SI IRRAA BARBAADAMA?
  • Author : Paul C. Jong
  • Release Date : January 23, 2020
  • Genre: Christianity,Books,Religion & Spirituality,
  • Pages : * pages
  • Size : 1810 KB

Description

Kiristaanonni bara kanaa yaada isaanii jijjiirrachuu qabu. Wangeela bishaaniifi Hafuuraa, wangeela Waaqayyo fayyinaaf kennetti amanuu qabu. Gooftaa isa wangeela bishaaniifi Hafuuraa nuuf kenne kana galateeffachuu qabna. Yoo akkas ta’e malee attamitti cubbuu biyya lafaa isa lolaan isaa gar-gar hin citne keessatti fayyisuun Gooftaa nuuf dhufa? Karaa kitaabileen wangeelli bishaaniifi Hafuuraa ibsu kanaa tokkoon tokkoon namaa fayyisuu Gooftaan isa altakkaa yeroo hundumaaf akka ta’utti nuuf hojjete fudhachuudhaan lammaffaa ni dhalanna. Hanga ammaatti waa’ee dhugaa kanaa hin mirkaneeffanne yoo taate, ammas irra deebitee qajeelummaa Waaqayyoo isa Gooftaan nuuf kenne gad-fageenyaan qo’achuu nama barbaachisa.


Free PDF Books "LAMMAFFAA DHALACHUUDHAAF MAALTU SI IRRAA BARBAADAMA?" Online ePub Kindle